Wongeela Maatewos 13:22

Wongeela Maatewos 13:22 ARSIDNT

Qoree ximmiraayaa jiddu'utti sanyiin facaafame ka muldhisu, waayee nama dubbii Waaqaa yero'oof dhagayuuti, haa ta'u malee yaadinni biyya lafaa kanaatii fi jaalalli qabeennaa gara onnee isaa aseenee, dubbicha waan dhudhuuf firii malee ni hafa.