«Isin namoota nana maali'iif kana raawwattan? nu'llee akkuma keessan bee namootaa, nu'u asi ka dhufnneef isin waan tasa kana mara irraa fagaattanii, sami'ii fi arddii, garba ciisa'aa fi wonittoota isaan keessatti argaman mara gara ka uumee, gara Waaqa jiraata'aa akka deebitaniif, oduu Gammachu'uu isinitti himu'uuf