1
Wongeela Luqaas 9:23
Waadaa Haarawa
Maraanuu ammoo akkana ni jedhe, «Ana horddofu'uuf ka barbaadu yoo jiraate mataa isaa haa waakkatu, guyyama guyya'aan'llee fannoo isaa baadhatee, ana haa horddofu
Compare
Explore Wongeela Luqaas 9:23
2
Wongeela Luqaas 9:24
ana irra ka lubbuu isaatiif yaadu marrinuu ni balleesaan, waayee kiyyaaf lubbuu isaa dabarssee ka kennu garuu, ni fayyifataan.
Explore Wongeela Luqaas 9:24
3
Wongeela Luqaas 9:62
Yesus'llee, «Qotu'uuf irffii qabatee gara duubaa naminni laalu, Mootummaa Waaqaatiif ka malee miti!» jechu'uun ni deebiseef.
Explore Wongeela Luqaas 9:62
4
Wongeela Luqaas 9:25
Naminni qabeenna biyya lafaa mara uduu argatee, lubbuu isaa garuu yoo balleesse maal isa fayyada?
Explore Wongeela Luqaas 9:25
5
Wongeela Luqaas 9:26
Anaa fi dubbii kiyyatti ka saalfatu mara irrattuu, Ilmi Namaa'llee ulfinna isaatii fi ulfinna Abbaa isaa, akkuma kana ulfinna maleyikkoota isaa Qulqulluuwwaniitiin ulfinnaan yeroo dhufutti, isatti ni saalfata.
Explore Wongeela Luqaas 9:26
6
Wongeela Luqaas 9:58
Yesus'llee, «Jeedallan boolla ni qaban, sinbirroonni samii'llee mandhee ni qaban, Ilmi Namaa garuu matama isaatuu bakka itti boqachiisu hin qabu» jechu'uun, ni deebiseef.
Explore Wongeela Luqaas 9:58
7
Wongeela Luqaas 9:48
Inni'llee, «Daa'ima kana maqaa kiyyaan ka ufitti fudhatu marrinuu ana ufitti ni fudhata, ana'llee ka ufitti fudhatu marrinuu ka ana erge ufitti fudhata. Isin jiddu'uu ka isin mara irra diqqaatu, inni ka maraa caalu ni ta'a» isaaniin jedhe.
Explore Wongeela Luqaas 9:48
Home
Bible
Plans
Videos