1
Yohaannis 6:35
Kakuu Haaraaka
Yesus, “Qixxaan jireennaa ana. Namii gara kiyya dhufu hinbeela'u, ammallee namii na dhugeeffatu diqqumaallee hindheebotu.
Compare
Explore Yohaannis 6:35
2
Yohaannis 6:63
Wantii nama jiraachisaa hafuura Waaqaa; foon homaa hinba'an. Dubbiin anin isanitti hime hafuuraa fi jireenna.
Explore Yohaannis 6:63
3
Yohaannis 6:27
Sagalee dhumattuu hinhojjatinaa, ammoo sagalee haga jireenna hegerii teettu ta ilmii namaa isanii kennuu hojjadhaa, maaliif Waaqii Abbaan yaayyuu beesisa ufii isa irra keeyyate” isaniin jedhe.
Explore Yohaannis 6:27
4
Yohaannis 6:40
Wantii Aabboon fedhu, akka namii ilma argee dhugeeffatu cuftii jireenna barabaraa argatu; ammallee anin guyyaa muummee du'a keessaa kaasa” jedhe.
Explore Yohaannis 6:40
5
Yohaannis 6:29
Yesus warraa deebisee, “Hujiin Waaqaa, akka nama innii erge dhugeeffattan kana” jedhe.
Explore Yohaannis 6:29
6
Yohaannis 6:37
Namii Aabboon naa kenne cuftii gara kiyya dhufa, ka gara kiyya dhufuu aniilleen ufi irraa hingussu.
Explore Yohaannis 6:37
7
Yohaannis 6:68
Simoon Phexros, “Aabboo, eennuu yaanaa? Atin dubbii jireenna barabaraa qabdaa.
Explore Yohaannis 6:68
8
Yohaannis 6:51
Anin qixxaa jireennaa ka gubbaa gad dhufe. Namii yo qixxaa kan nyaate haga barabaraa jiraata. Ee ee, qixxaan anin marroo jireenna lafaatiif kennu sunin foon kiyyaa” jedheen.
Explore Yohaannis 6:51
9
Yohaannis 6:44
Namii tokkolleen yo abbaan na erge natti hirkise malee, danda'ee natti hindhufu; ka gara kiyya dhufuu ammoo anin guyyaa muummee du'a keessaa kaasa.
Explore Yohaannis 6:44
10
Yohaannis 6:33
Qixxaan Waaqii namaa kennu namicha gubbaa gad dhufee jireenna lafaa kennu” jedheen.
Explore Yohaannis 6:33
11
Yohaannis 6:48
Anin qixxaa jireennaati.
Explore Yohaannis 6:48
12
Yohaannis 6:11-12
Jennaan Yesus qixxaa shanaan kaan guuree, Waaqaa galata galchee, biyya teteettuutti kenne, qurxummiillee akkasuma haga warrii fedhuu kenneef. Biyyiti quuftee jennaan, innii jara isaatiin, “Akka tokkolleen hinbanne hambaa sun walti guuraa” jedhe.
Explore Yohaannis 6:11-12
13
Yohaannis 6:19-20
Warrii haga kiiloometrii shanii ja'aa hoboloo deemsisee, Adoo Yesus galaana gubbaa deemaa hobolootti dhi'aatuu argee sodaate. Innii ammoo, “Anaa hinsodaatinaa!” warraan jedhe.
Explore Yohaannis 6:19-20
Home
Bible
Plans
Videos