1
Maatewos 14:30-31
Kakuu Haaraaka
Ammoo bubbee arginaan sodaatee, ka diqqumaa bisaan keessa hinlixin iyyee, “Aabboo, na baas” jedhe. Yoma sun Yesus harka diriirfatee isa qabee, “Dhugeeffachaan tantee diqqoo! Maaf sodaatte?” jedheen.
Compare
Explore Maatewos 14:30-31
2
Maatewos 14:30
Ammoo bubbee arginaan sodaatee, ka diqqumaa bisaan keessa hinlixin iyyee, “Aabboo, na baas” jedhe.
Explore Maatewos 14:30
3
Maatewos 14:27
Yesus ammoo yoma sun warratti dubbatee, “Hinsodaatinaa garaa jabaadhaa!” jedhe.
Explore Maatewos 14:27
4
Maatewos 14:28-29
Jennaan Phexros, “Aabboo! Yo dhuguma si taate, ‘Bisaan gubbaa deemii kootti!’ naan jedhi” jedheen. Yesus, “Kootti!” jedheen. Duuba Phexros hoboloo keessaa bu'ee, bisaan gubbaa gara Yesus deeme.
Explore Maatewos 14:28-29
5
Maatewos 14:33
Jarii hoboloo keessa jiru isa guddisee, “Atin dhuguma ilma Waaqaati” jedheen.
Explore Maatewos 14:33
6
Maatewos 14:16-17
Yesus ammoo, “Warrii yaa'uu hinmallee isanumaan waan warrii nyaatu kennaaf” jedhe. Warrii deebisee, “Nu qixxaa shanii fi qurxummii lama callaa armaa qamna” jedheen.
Explore Maatewos 14:16-17
7
Maatewos 14:18-19
Jennaan innii, “Arma nattin koottaa!” jedhe. Duuba, “Buuyyoo irra tataa'aa” biyyaan jedhee, qixxaa shanii fi qurxummii lamaan taan guuree, gara Waaqaa ol laalee, Waaqaa galata deebisee, qixxaa kaan cacabsee jara ufiitti kennee, jarii biyyaa qoode.
Explore Maatewos 14:18-19
8
Maatewos 14:20
Warrii cuftii nyaatee quufe; jennaan jarii isaa hambaa daduu kudhanii lamaa miyyuu walti guure.
Explore Maatewos 14:20
Home
Bible
Plans
Videos