1
Maatewos 16:24
Kakuu Haaraaka
Jennaan Yesus jara ufiitiin, “Namii tokkoolleen yo na gula deemuu fedhe ha ufii mormatee, fannoo ufii baatee na gula deemuutii.
Compare
Explore Maatewos 16:24
2
Maatewos 16:18
Anin sitti himaa maqaan kee Phexros yokaan dhakaa, anin dhakaa kana gubbatti gumii tiyya jaara. Dooti dandeettee jabeennaan si hindabsattu.
Explore Maatewos 16:18
3
Maatewos 16:19
Furaa Mootummaa Waaqaa sitti kenna; waan atin lafa tana irratti hiite Waaqaa gubbaalletti hidhan, waan atin lafatti hiikte Waaqaa gubbaalleetti hiikan” jedhe.
Explore Maatewos 16:19
4
Maatewos 16:25
Wantii akkanaatiif namii jireenna ufii baasuu fedhu cuftii hindhaba; namii ammoo jireenna ufii naa jedhee balleessu inargata.
Explore Maatewos 16:25
5
Maatewos 16:26
Yo waan lafaa cufa argatte ammoo jireenna ufii dhaban, maan namaa baati? Namii maan danda'ee gatii jireenna ufiitii baasa?
Explore Maatewos 16:26
6
Maatewos 16:15-16
Jennaan Yesus warraan, “Isan ammoo eennu naan jettan?” jedhe. Simoon Phexros deebisee, “Atin Kiristoos, ilma Waaqaa jiruuti” jedhe.
Explore Maatewos 16:15-16
7
Maatewos 16:17
Yesus isaa deebisee, “Kaayooteeti, Simoon, ilma Yoonaa. Nafaa fi dhiigii waan kana sitti hinmullimne, ammoo Abbaa kiyya ka gubbaa jiruutti sitti mullise.
Explore Maatewos 16:17
Home
Bible
Plans
Videos