1
Maarqoos 1:35
Kakuu Haaraaka
Boriyyaa, barraaqa dheeraa gara afaan barii gula, Yesus ka'ee, fulaa namii hinjirre dhaqee Waaqaa kadhate.
Compare
Explore Maarqoos 1:35
2
Maarqoos 1:15
“Yo'ii yaayyuu ga'ee, Mootummaan Waaqaa la dhi'aattee, cubbuu irraa deebi'aa, oduu dansaa tana dhugeeffadhaa” jedhe.
Explore Maarqoos 1:15
3
Maarqoos 1:10-11
Akkuma Yesus bisaan keessaa ba'een, gubbaan Waaqaa banamtee, Hafuura qulqulloo bifa sabaliisaa qabu, ka isa gubbaa bu'uu arge. Qoonqoon Waaqaa gubbaa, “Atin ilma kiyya tokkocha, ka guddoo na gammachiisu” jettu dhufte.
Explore Maarqoos 1:10-11
4
Maarqoos 1:8
Anin bisaaniin isan cuuphee, innii ammoo Hafuura Qulqulloon isan cuupha” jedhee labse.
Explore Maarqoos 1:8
5
Maarqoos 1:17-18
Yesus warraan, “Na gula koottaa, anin guurtuu namaa isan tolchaa” jedhe. Xuruuraa ufii achumaatti lakkisanii hurrisanii isa gula yaa'an.
Explore Maarqoos 1:17-18
6
Maarqoos 1:22
Biyyitii waan innii barsiise guddoo maadeefatte, waan innii akka jara seera beekuu hinbarsiimnee, ammoo akka nama humna qabuu barsiiseef.
Explore Maarqoos 1:22
Home
Bible
Plans
Videos