1
Maarqoos 16:15
Kakuu Haaraaka
Innii warraan, “Lafa cufa keessa yaa'aa! Oduu dansaa nama cufatti himaa!
Compare
Explore Maarqoos 16:15
2
Maarqoos 16:17-18
Warra natti dhugeeffate akeeka kanaatti keessatti mullata; warrii natti dhugeeffate kun maqaa kiyyaan jinnii nama keessaa baasa, afaan dhibiin dubbata; yo bofa harkaan qabee olfuudhe, yokaan yo hadhaallee dhuge homaa hinta'u; nama fayyaa hinqamne harka irra kaa'ee fayyisa” jedheen.
Explore Maarqoos 16:17-18
3
Maarqoos 16:16
Namii dhugeeffatee cuuphamu inbaafama, ka hindhugeeffanne ammoo wallaala itti muran.
Explore Maarqoos 16:16
4
Maarqoos 16:20
Jarii isaa yaa'ee, fulaa cufaatti dubbii Waaqaa haasa'e; Aabboolleen warra waliin hojjatee dubbii akeekaa ta warrii tolche jabeesse.
Explore Maarqoos 16:20
5
Maarqoos 16:6
Innii ammoo, “Hin mamiinaa! Isan Yesus Naazireetii ka fannisan barbaaddan; innii la kaa'ee, arma hinjiru! laala, kunoo, fulaa warrii qara isa ciibisiseeyyuu!
Explore Maarqoos 16:6
6
Maarqoos 16:4-5
Millannaan, dhakaa guddoo guddaa kaan ka dudda duubaatti gangalchan argan. Akkuma awwaala seenaniin nama ka'iimaa tokko, ka wayaa adii gad dheertuu uyyifatee gama mirgaa ta'uu arganii, guddoo maman.
Explore Maarqoos 16:4-5
Home
Bible
Plans
Videos