1
Wongeela Yohaannisii 1:12
Guji Oromo New Testament 2007
Te'uu malee, worra isa fudhatee itti dhugeeffate maraaf, akka ijoollee Waaqaa te'uuf midda kenne.
Compare
Explore Wongeela Yohaannisii 1:12
2
Wongeela Yohaannisii 1:1
Biyyi lafaa dadamiisaan duraayyuu, Jechi jira; Jechille Waaqa woliin jira; Jechinuu Waaqumaayyu.
Explore Wongeela Yohaannisii 1:1
3
Wongeela Yohaannisii 1:5
Ifi dukkanatti ifa; dukkanti ijjumaa ifa hin injifattu.
Explore Wongeela Yohaannisii 1:5
4
Wongeela Yohaannisii 1:14
Jechi nama te'ee, badhaadhaa fi dhuga'aan guutamee, odduu teenna le'e. Nuuti ulfinna inni akka Ilma Abba'aaf tokkochaatitti fudhate dhaggine.
Explore Wongeela Yohaannisii 1:14
5
Wongeela Yohaannisii 1:3-4
Waaqi karaa isaatiin waan maraa dade; dadaa maraa keessaa tokkolle isaan malee hin dadanne. Isa keessa jiru'utti jira; jiruun sun ifa namootaa ti.
Explore Wongeela Yohaannisii 1:3-4
6
Wongeela Yohaannisii 1:29
Boruyyaa Yohaannis, Yesuus gara isaa dhufuun dhaggee, “Kunoo! Hooleen Waaqaa, ka cubbuu biyya lafaa balleessu.
Explore Wongeela Yohaannisii 1:29
7
Wongeela Yohaannisii 1:10-11
Inni biyya lafaa keessa jiraayyu; Waaqi karaa isaatiin biyya lafaa dade; biyyi lafaa ammoo isa hin beenne. Inni gara biyya ifii dhufe; kolbaan isaa ammoo isa hin fudhanne.
Explore Wongeela Yohaannisii 1:10-11
8
Wongeela Yohaannisii 1:9
Ifi gara biyya lafaa dhufee nama maraaf issu sun ifa dhuga'aa ti.
Explore Wongeela Yohaannisii 1:9
9
Wongeela Yohaannisii 1:17
Waaqi karaa Muuse'eetiin seera kenne; badhaadhaa fi dhugaan ammoo karaa Yesuus Kiristoosiitiin dhutte.
Explore Wongeela Yohaannisii 1:17
Home
Bible
Plans
Videos