1
Wongeela Luqaasii 15:20
Guji Oromo New Testament 2007
Maarre inni ka'ee gara abbaa ifii deebi'e. Abbaan isaa ammoo, adoo inni fagoo jiruu isa dhaggee, nayeefii itti fiigee hanqafatee sunqate.
Compare
Explore Wongeela Luqaasii 15:20
2
Wongeela Luqaasii 15:24
Ilmi kiyya kun du'eeraayyu, amma ammoo jiraateera, badeeraayyu amma ammoo dhaggameera’ jedhe. Maarre isaan jilifachuu jalqabane.
Explore Wongeela Luqaasii 15:24
3
Wongeela Luqaasii 15:7
Ani isinitti hima, akkuma kana, balchoota sagaltamii sagali ka cubbuu irraa deebi'iisi hin barbaachine caalaa, cuubbichi tokko cubbuu ifii irraa yoo deebi'e ol gubba'atti gammadi guddaan hin te'a” jedhe.
Explore Wongeela Luqaasii 15:7
4
Wongeela Luqaasii 15:18
Ka'ee gara mana abbaa kiyyaa dhaqee, abbaa kiyyaan, Ani Waaqaa fi si yakkeera
Explore Wongeela Luqaasii 15:18
5
Wongeela Luqaasii 15:21
Ilmi isaa ammoo, ‘Abbaa kiyya, ani Waaqaa fi si yakkeera. Haganaan achi ani ilma keeti jedhamiisaaf hin malle’ jedheen.
Explore Wongeela Luqaasii 15:21
6
Wongeela Luqaasii 15:4
“Isin keessaa hoolee dhibba ka qabu, dhibba san keessaa hooleen takkattiin yoo duraa badde, sagaltamii sagali diidatti lakkisee hoolee badde san haga dhaggutti barbaadiisaaf ka hin baane eennu?
Explore Wongeela Luqaasii 15:4
Home
Bible
Plans
Videos