1
Seera Uumamaa 25:23
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Waaqayyos isheedhaan, <<Gadameessa kee keessa saba lamatu jira; gosoonni lamaan si irraa dhalatanis gargar in hiramu; gosa isa tokkotu isa kaan irra jabaata; isa angafatu isa quxisuudhaaf ergama!>> jedhe*.
Compare
Explore Seera Uumamaa 25:23
2
Seera Uumamaa 25:30
Esaawuun yommus Yaaqoobiin,<<Amma uruuriin na dha'eraa, nyaata diimaa sana akkan nyaadhuuf anaaf kenni!>> jedhe; kanaafis maqaan isaa <<Edoom>> jedhame; [<<Edoom>> jechuun <<Diimticha>> jechuu dha].
Explore Seera Uumamaa 25:30
3
Seera Uumamaa 25:21
Yisihaq waa'ee haadha manaa isaa ishee dhabduu turteef Waaqayyoon kadhate; Waaqayyos wanta inni kadhate waan dhaga'eef, Ribqaan haati manaa Yisihaq in ulfoofte.
Explore Seera Uumamaa 25:21
4
Seera Uumamaa 25:32-33
Esaawuunis,<<Anoo amma du'uu ga'e, angafummaan kun maal anaaf godha ree?>> jedheen. Yaaqoob immoo,<<Dura anaaf kakadhu!>> jedhe; innis in kakateef; akkasittis angafummaa isaa Yaaqoobitti in gurgure*.
Explore Seera Uumamaa 25:32-33
5
Seera Uumamaa 25:26
Isa booddeedhaan immoo obboleessi isaa as ba'e; harki isaa koomee Esaawuu qabatee ture; maqaan isaas <<Yaaqoob>> jedhame; yeroo isaan dhalatan Yisihaq nama waggaa jaatamaa ture*.
Explore Seera Uumamaa 25:26
6
Seera Uumamaa 25:28
Yisihaq wanta inni adamsee fidu nyaachuun waan itti toluuf, Esaawuu in jaallata ture; Ribqaan garuu Yaaqoobin in jaallatte.
Explore Seera Uumamaa 25:28
Home
Bible
Plans
Videos