1
Seera Uumamaa 29:20
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Yaaqoob akkasitti Raaheliif jedhee, waggaa torba in hojjete; inni waan ishee jaallateef, waggoonni kun guyyoota muraasa isatti fakkaatan.
Compare
Explore Seera Uumamaa 29:20
2
Seera Uumamaa 29:31
Liyaan akka hin leelifamin Waaqayyo yommuu arge, dhala godhachuu ishee in dandeessise; Raahel garuu dhabduu turte*.
Explore Seera Uumamaa 29:31
Home
Bible
Plans
Videos