1
WANGEELA LUQAAS 22:42
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
?Yaa abbaa, kun akka fedha kee yoo ta'e, xoofoo dhiphinaa ani fudhachuudhaaf jiru kana ana irraa fuudhi; garuu akka ani jaalladhe utuu hin ta'in, akka ati jaallatte haa ta'u!? jedhe*. [
Compare
Explore WANGEELA LUQAAS 22:42
2
WANGEELA LUQAAS 22:32
Ani garuu amantiin kee iddoodhaa akka hin badneef siif kadhadheera; ati yeroo itti gara kootti deebitutti, obboloota kee jabeessi!? jedhe*.
Explore WANGEELA LUQAAS 22:32
3
WANGEELA LUQAAS 22:19
Buddeenas fuudhee, Waaqayyoof galata galchee, cabsee isaaniifis kennee, ?Kun dhagna koo ti [isiniif kan kennamu, kanas seenaa kootiif godhadhaa!? jedhe*.
Explore WANGEELA LUQAAS 22:19
4
WANGEELA LUQAAS 22:20
Akkasumas irbaata booddee xooficha fudhatee, ?Xoofoon kun kakuu isa haaraa dhiiga koo isa isiniif jedhee dhangala'uun dhaabatuu dha]*.
Explore WANGEELA LUQAAS 22:20
5
WANGEELA LUQAAS 22:44
Muddama isaa keessattis ittuma cimsee kadhate; dafqi isaas akka coccopha dhiigaa lafatti gad rooba ture*.]
Explore WANGEELA LUQAAS 22:44
6
WANGEELA LUQAAS 22:26
Isin keessatti garuu akkas hin ta'in; isin keessaa inni hundumaa irra caalu akka isa hundumaa irra xinnaatuu haa ta'u malee, inni geggeessus akka isa warra kaaniif hojjetuu*.
Explore WANGEELA LUQAAS 22:26
7
WANGEELA LUQAAS 22:34
Yesus deebisee, ?Yaa Phexros, edana indaanqoon utuu hin iyyin na beekuudhuma kee iyyuu si'a sadii akka gantu, sittan hima? jedheen*.
Explore WANGEELA LUQAAS 22:34
Home
Bible
Plans
Videos