1
Seera Uumamaa 13:15
Kitaaba Woyyuu
lafa arga'aartu sanniin maraa baraa haga bara baraa si'ii fi hortee keetii waan kennuuf
Compare
Explore Seera Uumamaa 13:15
2
Seera Uumamaa 13:14
Looxi haga isaan gargar bayeen maayii Rabbi Abraamiin, «Ol jedhii gara baya biiftu'uu, gara dhiyaa, gara mirgaatii fi gara bita'aa laali
Explore Seera Uumamaa 13:14
3
Seera Uumamaa 13:16
hortee kee akka xidhacha lafaa baay'isa; akkuma namni xidhacha lafaa laakkawuu hin dandeenne, horteen keellee laakkayamuu hin danda'u.
Explore Seera Uumamaa 13:16
4
Seera Uumamaa 13:8
Kanaan maayessa Abraam Looxiin, «Anii fi ati waan obboleewwan taaneef anaa fi si'i jidduu, akkasuma tissee horii kiyyaatii fi tissee horii keetii jidduu wol dhabbiin hin barbaachisu
Explore Seera Uumamaa 13:8
5
Seera Uumamaa 13:18
Kanaafuu Abraam daasee ufii diigee Keebrooniin hulee lafa qilxuu gugurdaa Maammire'ee bira jiraate; achittillee hulee ciinca'aa Rabbiif hojjate.
Explore Seera Uumamaa 13:18
6
Seera Uumamaa 13:10
Looxi ol jedhee dhooqa naannaya Yoordaanosii jiru maraa biyya bisaan keessa guuteeru akka taate arge; uduu Rabbi Soodoomii fi Gamoraa hin balleessineen dura dhoondhi naannoo Zo'aarii sun akka lafa hulee biqiltuu Rabbii yookaan ta akka biyya Misirii fakkaattu turte.
Explore Seera Uumamaa 13:10
Home
Bible
Plans
Videos