YouVersion Logo
Search Icon

Hujii Ergamittootaa 17:26

Hujii Ergamittootaa 17:26 ARSIDNT

Inni fiixaa ilma namaa maraa nama tokko irraa ka uume, biyya lafaa mara irra akka jiraatan'llee ni taasise, baroota murtaayanii fi bakka jiraatan'llee, isaaniif ni ramade.

Related Videos