Wongeela Yohaannis 19:28
Wongeela Yohaannis 19:28 ARSIDNT
Kanaan duubatti Yesus amma wonitti marrinuu akka raawwatame beekee, dubbiin Kitaaba Qulqulluu keessatti barreeffame akka raawwatamuuf, «Dheebodhe!» jedhe.