Luqaas 4:18-19
Luqaas 4:18-19 KAKHAA
“Hafuurii Aabboo na gubbaa jira; akka anin oduu dansaa hiyyeeyiitti himu innii ya na muude. Akka warra hidhaniitti waan hiikaansaa himu; akka ballaalleen lafa argu; akka warra gaargalchan gaargala keessaa baasu; akka bara Waaqii gumii ufii baasuu himu innii ya na erge” jedhe.