Luqaas 5:5-6
Luqaas 5:5-6 KAKHAA
Simoon ammoo deebisee isaan, “Aabboo, nu halkan edaa cufa guddoo hojjannee dadhamnee, ammoo tokkoollee hinarganne, ammoo waan atin jetteef anin xuruuraa inbuusa” jedhe. Akkas tolchinaan qurxummii hedduu qabanii, xuruuraalleen cituu ga'e.