Maatewos 19:4-5
Maatewos 19:4-5 KAKHAA
Jennaan Yesus, “Akka Waaqii qaraa fiixee dhiiraa fi nadheen uume, isan barreessii keessatti hindubbimnee?” jedhe. Ammallee itti ida'ee, “Mar. roo waan kanaatiif dhiirtii abbaa fi haadha ufii lakkiftee niitii ufiitiin takkaa taati, warrii lamaan takkaa ta'a.