Maatewos 27:51-52
Maatewos 27:51-52 KAKHAA
Yoma sun gollii mana Waaqaa fulaa lamatti gubbaa gad tarsa'e. Laftii chochotee, dhakaan dayya'ee, awwaalii banamee, warrii Waaqaa qulqulloon durii du'e hedduun ka'ee jireennatti deebi'e.