Maarqoos 12:43-44
Maarqoos 12:43-44 KAKHAA
Innii jara ufii yaamee, “Dhuguma, isaniitti himaa, Niitiin hiyyeetiin tun nama cufa irra horii baafte. Wantii akkanaatiif warrii cuftii horii ufii guddaa keessaa waan irraa hafe baase; isiin ammoo, hiyyuma ufii keessaa, horii waan qabdu cufa baafte” jedhe.