Seera Uumamaa 35:10
Seera Uumamaa 35:10 MACQUL
Waaqayyo,<<Maqaan kee Yaaqoob, si'achi garuu maqaan kee<<Israa'el>> jedhama malee,<<Yaaqoob>> hin jedhamu>> jedheen; kanaaf akkuma Waaqayyo isa moggaasetti maqaan isaa <<Israa'el>> jedhame*.