Seera Uumamaa 39:11-12
Seera Uumamaa 39:11-12 MACQUL
Gaaf tokkos Yoseef hojii isaa hojjechuudhaaf manatti yeroo ol galetti, namoonni achi keessaa warri kaan tokko illee mana hin turre; haati manaa gooftaa isaatii wayyaa isaa qabattee,<<Anaa wajjin ciisi!>> ittiin jette; inni garuu wayyaa isaa ishee harkatti dhiisee, baqatee manaa in ba'e.