Seera Uumamaa 39:20-21
Seera Uumamaa 39:20-21 MACQUL
Kana irratti Yoseefin fuudhee, mana hidhaa isa warri mootichi hiisisu keessatti eegamanitti, isa galchisiise; innis mana hidhaa sana keessa ture. Waaqayyo garuu Yoseefii wajjin ture, gaarummaas isatti argisiise; namichi mana hidhaa eegus faara akka inni itti tolu in godheef.