Seera Uumamaa 39:22
Seera Uumamaa 39:22 MACQUL
Eegduun mana hidhaa sunis, namoota hidhamanii mana hidhaa sana keessa turan hundumaa, eegumsa Yoseef jala galche; waan achitti hojjetamuun ta'u hundumaas isatu hojjeta ture.