Seera Uumamaa 42:7
Seera Uumamaa 42:7 MACQUL
Yoseef yommuu isaan arge, obboloota isaa akka ta'an in bare; garuu akka nama isaan hin beeknetti afaan jabaa isaanitti dubbate; itti fufees,<<Isin eessaa dhuftan?>> jedhe; isaan immoo deebisanii,<<Nuyi midhaan bitachuudhaaf biyya Kana'aanii dhufne>> jedhan.