WANGEELA LUQAAS 21:25-26
WANGEELA LUQAAS 21:25-26 MACQUL
Itti fufee, ?Milikkinnis biiftuutti, ji'atti, urjootatti in ta'a; lafa irratti sabni hundinuu in muddama, huursaadhaa fi dha'aa galaanaa kan akka isaatii dhaga'amee kan hin beekne irraa kan ka'es, waan godhu in wallaala*. Namoonni naasuudhaaf isa biyya lafaatti dhufu sodaatanii eeggachuu irraa kan ka'e in laafu, humnoonni bantii waaqaa keessaa in raafamu.