Kitaaba Seera Dadaa 14:20
Kitaaba Seera Dadaa 14:20 GUJ
Waaqi Ol Aanaan, ka diinota keeti harka keetitti kenne, leellifamuu ti!» jedhe. Abraamille waan booju'uun dhaggate mara irraa kudhan keessa tokko Malkiisedeqiif kenne.