Kitaaba Seera Dadaa 8:21-22
Kitaaba Seera Dadaa 8:21-22 GUJ
Fooleen ciinca'aa sun Mootii Waan Maraa yennaa gammachiitte, Mootiin Waan Maraa gadhaa ifii keessatti, «Ani sababa namaatiif deebi'ee lafa hin abaaru; yaadi isaanii ijoollumma'aanuu hamaa akka te'e ani waan beekuuf, akka amma godhe kana, waan lubbuu qabu lafa irraa ijjumaa deebi'ee hin balleessu. «Haga latti tun jirtutti facaasu'uu fi haamuun, qabbanaa fi o'i, bonaa fi ganni, guyya'aa fi halkan, hin dhaabbatanu» jedhe.