1
Yohaannis 4:24
Kakuu Haaraaka
Waaqii hafuuraa, namii isa kadhatu hafuura ufii ka dhugaatiin kadhachuu malee” jedhe.
Compara
Explorar Yohaannis 4:24
2
Yohaannis 4:23
Ammoo guyyaan namii akka dhugaa kadhatu, hafuura ufii dhugaan abbaa kadhatu indhufa, ammallee arma jira. Abbaan nama akkana isaa kadhatu kana barbaada.
Explorar Yohaannis 4:23
3
Yohaannis 4:14
ammoo namii bisaan anin kennuuf dhuguu haga jiruu jireennaallee deebi'ee hindheebotu; wantii akkanaatiif bisaan anin kennu sunii burqaa ta'aniitti isa keessaa maddanii, haga jiruu jireennaallee deebi'ee hindheebotu” jedhe.
Explorar Yohaannis 4:14
4
Yohaannis 4:10
Yesus ammoo deebisee, “Atin yo silaa kennamsa Waaqaa beettee, ammallee nama, ‘Bisaan na obaas siin’ jedhu kana beettee, sittuu bisaan jireennaa isa kadhatta” jedheen.
Explorar Yohaannis 4:10
5
Yohaannis 4:34
Yesus, “Sagaleen tiyya akka anin fedhii nama na ergee guutee hujii isaa hobbaasu.
Explorar Yohaannis 4:34
6
Yohaannis 4:11
Niitiin taan, “Aabboo, atin waan waraabduun hinqabduu, eeliilleen guddoo gad qilee, eessaa bisaan jireennaa sun argatta ree?
Explorar Yohaannis 4:11
7
Yohaannis 4:25-26
Niitiin taan, “Akka Maasiihiin, ka Kiristoo jedhan dhufu anin inbeeka. Innii gaafa dhufu waan cufaa diideseetti nu barsiisa” jette. Jennaan Yesus, “Ka amma siin dubbachuu jiru kunuu isuma” isiin jedhe.
Explorar Yohaannis 4:25-26
8
Yohaannis 4:29
“Koottaa, nama waan anin durii tolche cufa natti hime laalaa. Kun Kiristoo ta'uu hindandaa?” jettee gaafate.
Explorar Yohaannis 4:29
Inici
La Bíblia
Plans
Vídeos