1
WANGEELA YOHANNIS 1:12
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Hamma isa simataniif immoo ijoollee Waaqayyoo akka ta'aniif aboo isaaniif kenne; isaanis warra maqaa isaatti amananii dha*.
Compara
Explorar WANGEELA YOHANNIS 1:12
2
WANGEELA YOHANNIS 1:1
Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture; sagalichi Waaqayyo bira ture; sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 1:1
3
WANGEELA YOHANNIS 1:5
Ifichi dukkana keessatti in ibsa, dukkanichi immoo isa bira ga'uu hin danda'u*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 1:5
4
WANGEELA YOHANNIS 1:14
Sagalichis nama foonii ta'ee, nu gidduus buufate. Ulfina isaa isa ayyaanaa fi dhugaadhaan guutes argine; ulfinni isaas isa ilmi tokkichi abbaa isaa irraa argatu ture*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 1:14
5
WANGEELA YOHANNIS 1:3-4
Wanti hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru*. Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 1:3-4
6
WANGEELA YOHANNIS 1:29
Borumtaa Yohannis utuu Yesus gara isaa dhufuu argee, ?Ilaa hoolicha Waaqayyoo, isa cubbuu biyya lafaa irraa fuudhu*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 1:29
7
WANGEELA YOHANNIS 1:10-11
Inni biyya lafaa keessa ture; biyyi lafaas isumaan ta'e; biyyi lafaa garuu isa hin beekne*. Gara biyya dhuunfaa isaa dhufe; namoonni isaa garuu isa hin simanne*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 1:10-11
8
WANGEELA YOHANNIS 1:9
Ifichi inni dhugaan, inni gara biyya lafaa dhufe, namoota hundumaaf in ibsa*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 1:9
9
WANGEELA YOHANNIS 1:17
Seerri Museedhaan kenname, ayyaannii fi dhugaan garuu Yesus Kristosiin argaman*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 1:17
Inici
La Bíblia
Plans
Vídeos