1
WANGEELA YOHANNIS 3:16
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
?Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti*!
Compara
Explorar WANGEELA YOHANNIS 3:16
2
WANGEELA YOHANNIS 3:17
Waaqayyo biyya lafaatti farachiisuuf miti, biyyi lafaa isaan haa fayyuuf ilma isaa biyya lafaatti erge malee*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 3:17
3
WANGEELA YOHANNIS 3:3
Yesus, ?Dhuguma, dhuguman sitti hima, eenyu illee olii yoo dhalachuu dhabaate, mootummaa Waaqayyoo arguu iyyuu hin danda'u? jedhee deebiseef*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 3:3
4
WANGEELA YOHANNIS 3:18
Ilma isaa kanatti kan amanu itti hin faradamu, isatti kan hin amanne garuu, maqaa tokkicha ilma Waaqayyootti waan hin amaniniif, ammuma iyyuu itti faradameera*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 3:18
5
WANGEELA YOHANNIS 3:19
Ifichi gara biyya lafaa dhufeera, namoonni garuu hojiin isaanii hamaa waan ta'eef, ifa irra dukkana jaallatan; firdichis akkuma kanatti in raawwatama*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 3:19
6
WANGEELA YOHANNIS 3:30
Inni sun guddachaa adeemuun in ta'aaf, ani garuu xinnaachaa adeemuun anaaf in ta'a? jedhe.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 3:30
7
WANGEELA YOHANNIS 3:20
Hamaa kan hojjetu hundinuu ificha in jibba, hojiin isaa akka irratti hin beekamneef gara ifichaatti hin ba'u*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 3:20
8
WANGEELA YOHANNIS 3:36
Namni ilma Waaqayyootti amanu, jireenya bara baraa qaba; ilma Waaqayyoof kan hin abboomamne garuu jireenya hin argatu, dheekkamsa Waaqayyootu isarratti hafa malee? jedhe*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 3:36
9
WANGEELA YOHANNIS 3:14
Museen lafa onaa keessatti bofa sibiila diimaa muka irratti akka ol fuudhe, ilmi namaas immoo akkasuma muka irratti ol fuudhamuun in ta'a*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 3:14
10
WANGEELA YOHANNIS 3:35
Abbaan ilma isaa in jaallata, waan hundumaas harka isaatti kenneera*.
Explorar WANGEELA YOHANNIS 3:35
Inici
La Bíblia
Plans
Vídeos