WANGEELA YOHANNIS 4:10
WANGEELA YOHANNIS 4:10 MACQUL
Yesus immoo deebiseefii, ?Kennaa Waaqayyoo utuu beektee, inni ?Bishaan dhugaatii anaaf kenni!? siin jedhe kunis eenyu akka inni ta'e utuu hubattee, silaa situ isa kadhata, inni immoo bishaan yeroo hundumaa jiraatu siif in kenna ture? jedheen*.