WANGEELA YOHANNIS 4:25-26

WANGEELA YOHANNIS 4:25-26 MACQUL

Dubartittiin immoo deebiftee, ?Masiihiin inni Kristos jedhamu akka dhufu anuu beeka; inni gaafa dhufe waan hundumaa nutti in hima? jette*. Yesus yommus, ?Inni amma sii wajjin dubbachaa jira; kunoo ani isa? ittiin jedhe*.