1
Yohaannis 3:16
Kakuu Haaraaka
Waaqii waan guddoo lafa jaalateefii, ilma ufii tokkocha namaa kenne, wantii akkanaatiif, akka namii isaatti dhugeeffatu cuftii jireenna barabaraa argata malee hinbanne.
Vertaa
Tutki Yohaannis 3:16
2
Yohaannis 3:17
Waaqii ilma ufii akka wallaala namaatti muruuf lafaatti hinerginee, ammoo akka nama baasuuf erge.
Tutki Yohaannis 3:17
3
Yohaannis 3:3
Yesus, “Anin dhuguma dhugaatiin, isanitti himaa, yo marroo lameessoo dhalate malee, namii tokkolleen danda'ee Mootummaa Waaqaa hinargu” jedhe.
Tutki Yohaannis 3:3
4
Yohaannis 3:18
Nama isa dhugeeffatu wallaala itti inmurani; ka hindhugeeffanne ammoo, waan innii maqaa ilma Waaqaa tokkochaa dhugeeffachuu dideef duruu itti muran.
Tutki Yohaannis 3:18
5
Yohaannis 3:19
Muraan suniilleen tana, Ibseen lafaatti dhufe, biyyitii ammoo waan hujjiin warraa hamtuu taateef, ibsee sun irra dukkana jaalatti.
Tutki Yohaannis 3:19
6
Yohaannis 3:30
Innii guddaatee, anin diqaachuu malee” jedhe. Nama gubbaa gad dhufu
Tutki Yohaannis 3:30
7
Yohaannis 3:20
Namii waan hamtuu hojjatu cuftii ibsee jibba, akka hujjiin isaa hinmullanne, gara ibsee hindhufu.
Tutki Yohaannis 3:20
8
Yohaannis 3:36
Namii ilmaatti dhugeeffatu jireenna barabaraa qaba; namii ilmaatti dhugeeffachuu didu ammoo haguma jiruu jireennaallee jireenna hinargatuu, Waaqii haga jiruu jireennaallee isaatti dallana.
Tutki Yohaannis 3:36
9
Yohaannis 3:14
Ilma namaallee akkuma Muuseen lafa gammoojjii keessatti bofa fannisee, akkasuma fannisuu malani
Tutki Yohaannis 3:14
10
Yohaannis 3:35
Abbaan ilma jaalatee, waan cufaa harka isaatti kenne.
Tutki Yohaannis 3:35
Koti
Raamattu
Suunnitelmat
Videot