1
Kitaaba Seera Dadaa 9:12-13
KITAABA WOYYICHA
Gondooroo ani isinii fi dada lubbuu qabu ka isin woliin jiruuf, dhaloota dhufu maralle'ee gondoore tanaaf beessisa kana kenna: ani hiituu tiyya duumensa keessa keya; hiituun tunille beessisa Gondooroo anaa fi biyyaa lafaa oddu'utti te'e hin teeti.
Összehasonlít
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 9:12-13
2
Kitaaba Seera Dadaa 9:16
Yennaa hiituun duumensa keessaan mudhattu, ani isii ilaalee, gondooroo haga bara baraa ta anaa fi dada lubbuu qabu ka lafa irra jiru mara oddu'utti gondoore hin qaabadha» jedhe.
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 9:16
3
Kitaaba Seera Dadaa 9:6
«Ani Waaqi akka bifa tiyyaatitti, nama waan dadeef, nami dhiiga namaa dhangalaasu dhiigi isaa harka namaatiin hin dhangalaafama.
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 9:6
4
Kitaaba Seera Dadaa 9:1
Waaqi Nohii fi ilmaan isaa eebbisee, «Hora'aa, heddadha'a, lafa guuta'a!
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 9:1
5
Kitaaba Seera Dadaa 9:3
Wonni jiraatee tacho'u martinuu sagalee isiniif te'anuu ti. Akkuma duri biqiltuu magariisa akka sagalee isiniif te'anu kenne, amma waan kana mara sagalee akka isiniif te'anu kenneera.
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 9:3
6
Kitaaba Seera Dadaa 9:2
Bineensoti lafa irraa marti, sinbirrooti marti, bineensoti lafa irra lowanu marti, qurxummiin abbaaya'aa marti, isin sodaatanee bararaqanuu ti; isaan harka keessanitti kennamaneeran.
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 9:2
7
Kitaaba Seera Dadaa 9:7
«Isin hora'a, heddadha'a, bacadha'aa lafa guuta'a!» jedhe.
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 9:7
Kezdőoldal
Biblia
Olvasótervek
Videók