1
Wongeela Yohaannisii 7:38
KITAABA WOYYICHA
Akkuma barrreeffam Woyyichi jedhe, ‹Ka natti dhugeeffatu, maddi bisaan jiru'uu isa keessaa burqa› » jedhe.
Összehasonlít
Fedezd fel: Wongeela Yohaannisii 7:38
2
Wongeela Yohaannisii 7:37
Guyyaa muummeffata jilaa, guyyaa guddaa Yesuus ol ka'ee qoonqoo guddo'oon, «Nami dheebote yoo jiraate gara kiyya dhufee unuu ti.
Fedezd fel: Wongeela Yohaannisii 7:37
3
Wongeela Yohaannisii 7:39
Yesuus marroo Ayyaana Woyyicha worri isatti dhugeeffatu fudhatuutiif tana jedhe; Yesuus gara ulfinnaa ol waan hin fudhataminiif, yennaa san Ayyaanni Woyyichi kennamee hin jiru.
Fedezd fel: Wongeela Yohaannisii 7:39
4
Wongeela Yohaannisii 7:24
Muraa dhuga'aa mura'a malee, fuula ilaaltanee muruu lakkisa'a» jedhe.
Fedezd fel: Wongeela Yohaannisii 7:24
5
Wongeela Yohaannisii 7:18
Nami ifi keessaa fuudhee dubbatu, ulfinna ifii waan barbaaduuf tana godha. Nami ulfinna ka isa ergeetiif huju ammoo dhugaamessa; dharti takkaalle isa keessa hin jirtu.
Fedezd fel: Wongeela Yohaannisii 7:18
6
Wongeela Yohaannisii 7:16
Yesuus deebisee, «Wonni ani barsiisu ka na erge biraa dhutte malee, barsiisa kiyyaa moti.
Fedezd fel: Wongeela Yohaannisii 7:16
7
Wongeela Yohaannisii 7:7
Biyyi lafaa isin jibbiisa hin dandeettu; ani ammoo hujiin isi'ii badduu akka teete waan himiisatti jiruuf na jibbiti.
Fedezd fel: Wongeela Yohaannisii 7:7
Kezdőoldal
Biblia
Olvasótervek
Videók