Kitaaba Seera Dadaa 4:9

Kitaaba Seera Dadaa 4:9 GUJ

Yennaa san Mootiin Waan Maraa, «Obboleessi keeti Abeel eessa jira?» jedhee Qaayin gaafate; inni deebisee, «Ani hin beeku, obboleessa kiyya ka eegu anaa?» jedhe.