1
Wongeela Luqaas 16:10
Waadaa Haarawa
«Waan diqqo'oon naminni amaname waan gudda'aan'llee ka amaname ni ta'a, waan diqqo'oon naminni hin amanaminne garuu, waan gudda'aan'llee hin amanamu.
비교
Wongeela Luqaas 16:10 살펴보기
2
Wongeela Luqaas 16:13
«Naminni tokko yeroo tokkoon goofttota lamaaf tajaajiluu hin danda'u, kana eega ta'e, tokko jibbee kaan ni jaalata, tokko kabajee, kaan ni tufata, akkuma kana Waaqaa fi qabeennaa bitamu'uu hin dandeettan.»
Wongeela Luqaas 16:13 살펴보기
3
Wongeela Luqaas 16:11-12
Eegaa qabeenna biyya lafa kanaa bulchu'uun ka hin amanaminne yoo taataan, qabeenna dhuga'aa ammoo eenutu amanee isinitti kenna ree? Dabalee'llee qabeenna nama bira'aatiin ka hin amanaminne yoo taatan, qabeenna isiniif ta'u hoo, eennutu isinii kennaa?»
Wongeela Luqaas 16:11-12 살펴보기
4
Wongeela Luqaas 16:31
Abrahaam'llee, waan Muse'eetii fi nabiyyootaa jedhan ka hin dhageenne yoo ta'an, naminni tokko du'aa ka'ee uduu isaanitti dubatee'llee, hin amananiin jedheen.
Wongeela Luqaas 16:31 살펴보기
5
Wongeela Luqaas 16:18
«Haadha worraa isaa gad dhiisee ka dubarttii bira'aa fuudhu marrinuu ni sagaagala, akkuma kana ka dubarttii abbaa worraa isi'iitiin gad dhiifamitte ka fuudhu'llee, ni sagaagala.»
Wongeela Luqaas 16:18 살펴보기
홈
성경
묵상
동영상