1
Yohaannis 1:12
Kakuu Haaraaka
Ammoo nama isa fudhatee maqaa isaa dhugeeffate cufaa innii akka ijoollee Waaqaa ta'an jabeenna kenne.
Palyginti
Naršyti Yohaannis 1:12
2
Yohaannis 1:1
Durii qaraa fiixee dubbii jira. Dubbiin sun Waaqaa waliin jirti; dubbiin sun Waaqa.
Naršyti Yohaannis 1:1
3
Yohaannis 1:5
Ibseen dukkana keessatti in ibsiti, dukkantii ammoo takka hindhaanfine.
Naršyti Yohaannis 1:5
4
Yohaannis 1:14
Dubbiin nama taatee, jiddu teenna teetee, nu guddinna isaa agarre, akkuma guddinna ilma tokkochaa ka gara Abbaattii ba'ee, eebbaa fi dhugaan guutamee.
Naršyti Yohaannis 1:14
5
Yohaannis 1:3-4
Waan cufaa Waaqii isaan uume, wantii tokkolleen ta isa malee uumamte hinjirtu. Isa keessa jireennaa jira, jireennii sun ibsee namaati.
Naršyti Yohaannis 1:3-4
6
Yohaannis 1:29
Boriyyaa Yoh. aannis adoo Yesus gara isaa dhufuu jiruu argee, “Laalaa, hoolaa Waaqaa ka cubbuu nama lafaa cufaa fudhatu.
Naršyti Yohaannis 1:29
7
Yohaannis 1:10-11
Innii qaraa lafa jira. Laftii isaan uumamte, laftii ammoo fuula isa hinbaranne. Innii lafa ufiiti dhufee, ammoo gochii isaa isa didde.
Naršyti Yohaannis 1:10-11
8
Yohaannis 1:9
Ibseen dhugaa, ta nama cufaa ibsituu, lafaatti dhufu jirti.
Naršyti Yohaannis 1:9
9
Yohaannis 1:17
Waaqii seera ufii Muuseen namaa kennee, ammoo eebbaafi dhugaan karaa Yesus Kiristootiin dhufte.
Naršyti Yohaannis 1:17
Pradžia
Biblija
Planai
Vaizdo įrašai