Seera Uumamaa 18:26

Seera Uumamaa 18:26 MACQUL

Waaqayyo immoo deebisee,<<Mandarattii Sodoom keessatti namoota qajeelota shantama yoon argadhe, isaaniif jedhee guutummaa iddoo sanaaf nan dhiisa>> jedhe*.