Seera Uumamaa 25:26

Seera Uumamaa 25:26 MACQUL

Isa booddeedhaan immoo obboleessi isaa as ba'e; harki isaa koomee Esaawuu qabatee ture; maqaan isaas <<Yaaqoob>> jedhame; yeroo isaan dhalatan Yisihaq nama waggaa jaatamaa ture*.