Seera Uumamaa 28:19

Seera Uumamaa 28:19 MACQUL

Yaaqoobis maqaa iddoo sanaa <<Bet'el>> jedhee moggaase; duraan garuu maqaan mandara sanaa <<Luz>> jedhama ture*; [<<Bet'el>> jechuun <<Mana Waaqayyoo>> jechuu dha].