Seera Uumamaa 32:26

Seera Uumamaa 32:26 MACQUL

Namichis, Yaaqoobiin <<Boruun baqaqeera, gad na dhiisi!>> jedhe; Yaaqoob immoo deebisee,<<Yoo ana eebbifte malee, ani gad si hin dhiisu>> jedhe.