Seera Uumamaa 33:4

Seera Uumamaa 33:4 MACQUL

Esaawuun garuu isa simachuutti fiigee, morma isaa irratti kufee ammatee in dhudhungate; isaan lachuu walitti boo'an.