Seera Uumamaa 41:39-40
Seera Uumamaa 41:39-40 MACQUL
Mootiin Gibxii yommus Yoseefiin,<<Erga Waaqayyo kana hundumaa akka ati beektu godhee, namni hubataanii fi ogeessi akka keetii hin jiru; ati mana koo irratti gooftummaa in fudhatta, sabni hundinuu akka ati ajajjutti in abboomamu, ani immoo teessoo mootummaa koo duwwaadhaanan si gara irraa jira>> jedhe*.