Seera Uumamaa 42:21

Seera Uumamaa 42:21 MACQUL

Walii isaaniitiin immoo,<<Nuyi dhuguma obboleessa keenyatti balleessineerra; lubbuun isaa isa keessatti dhiphachuu isaa utuma arginuu, utuma inni nu kadhatuus isa dhaga'uu dinne; kanaaf dhiphinni kun nutti dhufe>> jedhan*.