1
Wongeela Maatewoosii 14:30-31
Guji Oromo New Testament 2007
Qilleensa jabaa yennaa dhagge ammoo, sodaatee, lixiisaafille jalqabee jennaan, “Gootta'a, na fayyisi!” jedhee iyye. Yesuus yennuma san harka ifii diriirsee, isa qabee, “Ati nama dhugeeffannaa diqqo'oo! Maaf mante?” jedheen.
Krahaso
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 14:30-31
2
Wongeela Maatewoosii 14:30
Qilleensa jabaa yennaa dhagge ammoo, sodaatee, lixiisaafille jalqabee jennaan, “Gootta'a, na fayyisi!” jedhee iyye.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 14:30
3
Wongeela Maatewoosii 14:27
Yennuma san ammoo Yesuus, “Jabaadha'a! Wonni anaa, hin sodaatina'a!” jedhee dubbate.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 14:27
4
Wongeela Maatewoosii 14:28-29
Pheexroos deebisee, “Gootta'a, yoo si teete, bisaan gubbaa gara keeti akka dhufu na ajaji” jedheen. Yesuus deebisee, “Koy!” jedhe. Maarre Pheexroos hoboloo keessaa bayee, gara Yesuusii, bisaan gubbaa ideemiisa jalqabe.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 14:28-29
5
Wongeela Maatewoosii 14:33
Worri hoboloo keessaa, “Dhugumaan ati Ilma Waaqaa ti” jedhee Yesuusiif sagade.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 14:33
6
Wongeela Maatewoosii 14:16-17
Yesuus ammoo, “Dhaquu isaan hin barbaachisu; isinuu waan nyaatanu kenna'aaf!” jedhe. Isaan deebisanee, “Nuuti xaltaa shanii fi qurxummii lama qofa asii qanna” jedhane.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 14:16-17
7
Wongeela Maatewoosii 14:18-19
Yesuus, “Sanuma gara kiyya as fida'a!” jedhe. Achiin duuba inni gumiin marra irra akka teettu ajaje. Xaltaa shanii fi qurxummii lama fuudhee, gara ol-gubba'aa ilaalee, galateeffatee xaltaa caccassee, barattootatti kennee, barattootille gumi'iif kennane.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 14:18-19
8
Wongeela Maatewoosii 14:20
Isaan martinuu nyaatanee quufane; hanbaa irraa hatte, kollonjoo kudhanii lama guutuu fuudhane.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 14:20
Kreu
Bibla
Plane
Video