1
Wongeela Maatewoosii 16:24
Guji Oromo New Testament 2007
Achiin duuba Yesuus barattoota ifiitiin, “Nami yoo na hordofuu barbaade ifi mormatee, fannoo ifii ba'atee na hordofuuti.
Krahaso
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 16:24
2
Wongeela Maatewoosii 16:18
Maarre Pheexroos, ani sitti hima, ati rassa'a; rassaa kana irratti wolde'a kiristaanaa kiyya hin ijaara; hunna du'aalle wolde'a kiristaanaa kana hin injifattu.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 16:18
3
Wongeela Maatewoosii 16:19
Ani furtuu mootummaa ol-gubba'aa si'iif hin kenna, wonni ati lafa irratti hiite, ol-gubbaalle'etti ka hidhame te'a, wonni ati lafa irratti hiittelle ol-gubbaalle'etti ka hiikame te'a” jedhe.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 16:19
4
Wongeela Maatewoosii 16:25
Nami jiruu ifii fayyifatuu barbaadu hin dhaba; nami anaaf jedhee jiruu ifii dhabu, hin dhaggata.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 16:25
5
Wongeela Maatewoosii 16:26
Nami waan lafa tanaa mara qabaatee lubbuu ifii ammoo yoo dhabe maan isaa baati? Yookiin nami wodoo lubbuu ifiitiif gatii maan kaffalu'uu dande'a ree?
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 16:26
6
Wongeela Maatewoosii 16:15-16
Inni deebisee, “Isin hoo eennu anaan jettan?” isaaniin jedhe. Simoon Pheexroos deebisee, “Ati Masiihi'i, Ilma Waaqa jiraata'aa ti” jedhe.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 16:15-16
7
Wongeela Maatewoosii 16:17
Yesuusille deebisee, “Ilma Yoona'aa Simoon, ati ka badhaate! Kana Abbaa kiyya ka ol-gubbaa jirutti sitti mudhise malee, namaa moti.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 16:17
Kreu
Bibla
Plane
Video