1
Wongeela Maatewoosii 8:26
Guji Oromo New Testament 2007
Yesuus deebisee, “Isin worra dhugeeffannaa diqqo'oo, maaf sodaattan?” jedheen. Achiin duuba inni ol ka'ee bubbe'ee fi danbalii ajajee, achitti cadheessi guddaan te'e.
Krahaso
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 8:26
2
Wongeela Maatewoosii 8:8
Ajajaan dhibbaa ammoo, “Gootta'a, ati mana kiyya seeniisaaf ani nama malee moti; afaanuma calla'aan ajaji, mucaan kiyya hin fayya.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 8:8
3
Wongeela Maatewoosii 8:10
Yesuus yennaa tana dhage'e, baaseffatee worra isa hordofuun, “Ani isinitti hima, Israa'el keessatti dhugeeffannaa guddoo akkasii nama qabu tokkochalle hin dhaggine.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 8:10
4
Wongeela Maatewoosii 8:13
Achiin duuba Yesuus ajajaa dhibbaatiin, “Deemi; akkuma dhugeeffanna teetii si'iif teetuu” jedhe. Tajaajilaan ajajaa dhibbaalle sa'aatuma san fayye.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 8:13
5
Wongeela Maatewoosii 8:27
Isaan baaseffatanee, “Kun nama attamii ti? Bubbe'ee fi danbaliille hin ajajamaniif!” jedhane.
Eksploroni Wongeela Maatewoosii 8:27
Kreu
Bibla
Plane
Video